DSHS Form 14-113 "Your Cash and Food Assistance Rights and Responsibilities" - Washington (Oromo)

Form DSHS14-113 OM or the "Your Cash And Food Assistance Rights And Responsibilities" is a form issued by the Washington State Department of Social and Health Services.

Download a PDF version of the Form DSHS14-113 OM down below or find it on the Washington State Department of Social and Health Services Forms website.

ADVERTISEMENT
ADVERTISEMENT

Download DSHS Form 14-113 "Your Cash and Food Assistance Rights and Responsibilities" - Washington (Oromo)

1273 times
Rate (4.4 / 5) 89 votes
MAQAA MAAMILAA (GAGEESSAA MAATII)
Mirgaafi Dirqama Gargaarsa
Nyaataafi Maallaqa Callaa Keetii
LAKKOOFSA EENYUMMEESSAA (ID) MAAMILAA
Your Cash and Food Assistance Rights and
Responsibilities
Dhirqamawwan kee (Kan gochuu qabdu)
Kanaaf mirga yoo qabaatte waan nuti murteessuu qabnu odeeffannoo nuuf kenni.
G Yeroo barbaachisetti mirkaneeffannoo nuuf kenni. Siif arguu ni dandeenya. Odeeffannoo ati muumichaaf
kennitu aanga’oota naannoofi federaalaan qulqulleeffannaaf kan ilaalamu ta’a. Mirkaneeffachuun kun qorattoota
yakkaa dabalataa muummeerraa odeeffannoo karaa ittiin si qunnamuu danda’an dabalata.
Odeeffannoo Muummee Hawwaasummaafi Tajaajilawwan Fayyaaf gabaafame mirga kunuunsa fayyaa
Aanga’oota Kunuunsa Fayyaafi Waljijjiira Bu’aa Fayyaatiin gaggeefamurratti dhiibbaa gochuu ni mala.
Jijjiiramawwan Gabaasi (fkn. teessoo, galii, kkf.) akka WAC 388-418-0005 keessatti barbaachiseen. Ji’a itti aanu
keessa guyyaa 10ffaa irra isaaniif gabaasi.
Yoo gargaarsa TANF fudhatte Damee Deggersa Daa’imaa waliin (DCS) waliin ta’aa.DCSn akka hundaa’u,
foyyaa’u, ykn ijoolleef deggersa daa’imaa taasifamu, akkasumas (yoo barbaachise) abbummaa hundeesuun
gargaaruu. Yoo DCS waliin waliigauun siin, ijoollee kee, ykn ijoollee ati kunuunsitu karaa maatii warra hin guddifnee/
hin kunuunsinee dhiibbaan irra ga’a jettee sababii amansiisaa ta’e qabaatte DCS waliin waliigaluu dhiisuu ni
dandeessa.
Yeroo gargaarsa maallaqa callaa gaafattu ykn fudhattu maddawwan biroorraa jiraachuu malan irraa galii
argachuudhaaf yaalii amansiisaa taasisuun Iyyadhu.
Gabaasawwaniifi xiinxala keessa deebii barbaachisu xumuri.
Gargaarsa nyaataafi gargaarsa maallaqa callaaf hojiiwwan barbaachisan hordofii.
Yoo namni ta’e bakka kee gargaarsa nyaataa akka fayyadamu barbaadda ta’e nutti himi.
Xiinxala keessa-deebii To’attoota Qulqullinaatiif deggersa taasisi.
Gargaarsa nyaataa miseensota maatiikeef nyaata bituuf qofa itti fayyadami.
Deggersa maallaqa callaa faayidaa miseensota maatiikeef qofa fayyadami.
Lakkoofsota Wabii Hawaasummaa (SSN) ykn namoota warra gargaarsaaf iyyataniif haala dhimmi baqqattummaa
dhiyeessuu qabda.Miseensota maatii warra hin iyyanneef yoo SSN ykn haala dhimma baqattummaa kennii dhiisuu
filatte, yoo barbaachisaa ta’ee, mirga qabaachuu murteessuuf galiifi qabeenyi miseensota maatii hundaa ammallee
mirkaneeffatamuu qaba.
Mirgoota kee (Kan Gochuu Qabnu)
Maqaa, teessoofi mallattoo keetiin ykn mallattoo nama seeraan bakka bu’aa kee siif ta’een iyyata fudhadhu.
Akka DSHS guuttuuf si gargaara.
Tajaajila atattamaa argachuuf kan filatamtu yoo ta’e gargaarsa nyaataaf guyyoota 7 keessatti gaafdhu.
Yeroo ragaalee dhiyeessitutti yoo tokko barbaadde na ga’ee siif kenna.
Murtoo barreeffamaa siif kenna, yeroo hedduu, guyyoota 30 keessatti.
Qorataa Waajira Yakka Waliin Dha’uufi Itti-gaafatamummaa irraa Shakkii Yakka Waliin Dha’uu Dursee Mulatutti
(FRED) dubbachuu diduu dandeessa. Qorataan akka mana kee seenu eyyamuu hin qabdu. Qoratichi akka yeroo
biraa deebiyee dhufu gaafachuu ni dandeessa. Kun mirga gargaarsa argachuu keerratti dhiibbaa hin qabaatu.
Murtoo muumichi dhimmakoorratti murteesserratti walii hin galtu jetta yoo ta’e akka bulchiifni dhaga’u gaafachuu
ni dandeessa. Murtoo wal morsiiserratti keessa deebiin xiinxaluudhaaf ykn tarkaanfii osoo mirga bulchiinsa
dhageessifachuukeerraan miidhaa hin geessifneef xiinxala keessa deebiif to’ataa ykn gaggeessaa gaafachuu
dandeessa.
Sagantaa Gargaarsa Yeroof Maatii Deggersa Barbaadanii (TANF) jalatti yeroon ji’a 60 akka murtaa’e ta’uusaa sitti
himuu qabna.Yeroon murtaa’aan kun tumsawwan Nyaata Bu’uuraa, ykn kunuunsa daa’imaa kee hin ilaallatu. 
Waa’ee Kaardii EBT Ati Beekuu Qabdu
Akka malee faayidaawwanitti dhimma ba’uu: Faayidaawwan nyaataafi maallaqa callaa karaa kaardiin EBT DSHS
tiif seenaa odeeffannoo adeemsa galiifi baasii faayidaatti dhimma ba’uu dhiyeessa. Muummichi faayidaa gargaarsa
maallaqaa akka malee fayyadamuun jiraata ta’ee ykn meeshaa gatii qaban biroo (milksuu) qorachuu keessatti
odeeffannoo galiifi baasii fayyadama.
Kaardii EBT bakka buusuu: Kaardii EBT bakka buusuuf kaffalsiisuu dandaanya. Kaardii EBT fi lakkoofsa adda
baasaa dhuunfaa (PIN) kee bakka sirriifi amansiisaa kaawwadhu.
Kaardii EBT Herrega Guddaa Qabu: Faayidaawwan kee ji’ootaaf jiran yerootti yoo itti hin fayyadamne ykn ji’oota
hedduun booda yoo herrega guddaan kuufame, haala kee ykn fedha ati faayidaaf qabdu keessa deebinee
ilaaluudhaaf siif bilbiluu dandeenya.
1-2
DSHS 14-113 OM (REV. 12/2015) Oromo
YOUR CASH AND FOOD RIGHTS AND RESPONSIBILITIES

Waantota Ati Beekuu Qabdu (Nyaata Bu’uuraa)
 Akka sirrii ta’e mirkaneefachuuf waa’ee namoota Nyaata Bu’uuraa argachuuf iyyatanii ejensiiwwan Federaalaa birootti
odeeffannoo ergina. Odeeffannoon kamiyyu dogoggora taanaan namoonni iyyatan kun Nyaata Bu’uuraa hin argatan.
Namni tokko odeeffannoo dogoggoraa osoo beekuu dhiyeesse, yakkaan itti gaafatamuu danda’a. Adabbiin
seerawwan Nyaata Bu’uuraa beekaa cabsuu saganticharraa hari’amuurraa hangaa adabbii ykn hanga hidhamuuttillee
ni geessisa.
 Yoo gargaarsa nyaataa kee waantota gatii baasan akka maallaqa callaa, qorichaa, meeshaa waraanaa, ykn
naatarraa kan hafe rabsittota eyyamameef biratti gurgurte, gurguruuf yaalte, jijjiirte ykn arjoomte, yakka jalqabaan
yoo xiqqata yeroo waggaa tokkootii hanga umurii guutuu gargaarsa nyaataa argachuurraa ari’amtamuu dandeessa.
Irraa dhowwamuun kun yoo Kutaa Waashingiteen gadi-dhiistee deemtellee itti fufuun kutaa biraa keessatti faayidaaf
iyyattellee itti fufee hojiirra oola.
 Yoo hojii barbaachisoo Nyaata Bu’uuraa keessatti akka hirmaatti barbaadamtee hin hirmaatiin hafte, hirmaachuu
dhabuu kee jalqabaatiif hanga waan barbaachisu guuttutti ji’a tokkoof ari’amuu dandeessa, kan hanqina yeroo
lammafaaf guutuu dhabuuf hanga waan barbaachisu guuttutti ji’a sadiif, hanqina sadaffaaf hanga waan barbaachisu
guuttitti sadaffaaf ji’a ja’aaf jedhaa yerooma yerootti adabbiin dabalaa deema.
 Akkuma akeekkachiisa adabbii Bu’uura Nyaataa fuula kanarratti tarreeffametti seera sagantaa Nyaata Bu’uuraa tokko
cabsinaan sagantaa Nyaata Bu’uuraarraa haqamuu dandeessa.
 Muummichi akka baasii Nyaata Bu’uuraaf ba’u keessa galchu yoo barbaadde, baasiiwwan maatii gabaasa
godhi. Nyaata Bu’uuraa caalaa argachuun osoo danda’amuu yoo baasii hin gabaastu ta’eefi ragaawwan baasii kanaa
hin dhiyeessitu ta’e, murteessuuf baasiiwwan akana akka fayyadamnu hin barbaadduu jechuu keeti.
Waantota Ati Beekuu Qabdu (Maallaqa Callaa)
 Gargaarsa Yeroo Maatii Gargaarsa Barbaadaniif (TANF) argachuun, mirga deggersa daa’imaafi warra kee Damee
Deggersa Daa’imaatti ramadi.Kana jechuunis DCSn gargaarsa siif ramadame, hanga gargaarsa uummataa ati
fudhattee sanaa itti fufsiisuu ni mala. Yeroo TANF irra jirutti daa’imaaf kaffaltaa ykn faayidaawwan yoo fudhatteetta
ta’e atattamaan DCStti himuu qabda.
 Yoo TANF argachuu dhaabde, waa’ee jijjiirama kamiyyu kan gargaarsa daa’imaa miidhu kan akka daa’imni bakka
biraa deemuu ykn tessoon koo jijjiiramuu DCS tti himuu qabda.
 Yoo TANF argatte, baasii mana jireenyaa yeroo atattamaa yeroof kaffaluuf akka si gargaaruuf qarshii dabalataaf
gaafachuu ni dandeessa.
Akkaataa Seera Mirgoota Sabaa Federaalaafi danbiiwwaniifi Muummee Qonnaa Ameerikaa (USDA imaammataleen
mirgoota uummataa, ejensiiwwan, waajiraaleefi hojjetoonni, dhaabbileen keessatti hirmaatan ykn sagantaawwan USDA
gaggeessan, loogii karaa qomoo, bifaa, lamummaa, amantaa, saalaan, eenyummaa koornayaatiin (kornyaa ibsachuu
dabalatee), filannoo saalqunnamtii, hir’inaa qaamaa, umurii, haala maatii, haalaa maatii, galii sagantaa gargaarsa
uummataarraa argamuun, ilaalcha siyaasaatiin, hojii mirgoota uummataa duraanii jajuufi haaluu ba’uu, sagantaa kam
keessattuu, ykn hojii hojjetameen ykn tumsa maallaqaa karaa USDA (huni kun sagantaawwan hundumaaf hin hojjetan)
irraa dowwamoodha. Furmaanniifi komii galfachuun guyyaan dhumaa sagantaadhaan addaa adda ta’a.
Namoonni hir’ina qaamaa qaban warreen odeeffannoo sagantaatiif filannoo malawwan odeeffannoo (kan akka, Bireelii,
guddisanii maxxansuu, taappii sagalee Mallattoo Afaanii Ameerikaa ejensii itti gaafatamaa dubbisuu qabu ykn USDA’s
TARGET Center (202) 720-2600 (voice and TTY) ykn USDA tiin karaa Federal Relay Service (800) 877-8339 qunnamuu
qabda. Dabalataan, Ingiliffaan alatti odeeffannoon sagantaa afaanota biroon akka jiraatu taasifamuu mala.
Komii loogii sagantaa dhiyeeffachuuf, unka Komii Loogii Sagantaa USDA guuti. AD-3027, toorarrattis
http://www.ascr.usda.gov/complaint_filing_cust.html
irratti argattu; akkasumas waajira USDA kamittis ykn xalayaa USDA
tti barreessuun odeeffannoo unkicha keessatti gaafatame dhiyeessuudha. Unka komii tokko gaafachuudhaaf, kanaan
bilbili (866) 632-9992. Unka ykn xalayaa guutte USDAf guyyaan itti dhiyeessitu:
1.
Ergaa: U.S. Department of Agriculture
Office of the Assistant Secretary for Civil Rights
1400 Independence Ave, SW
Washington, D.C. 20250-9410;
2. Faksii: (202) 690-7442; ykn
3. Imeelii:
program.intake@usda.gov
USDA dhiyeessuurratti, qacaruurratti akkasumas liqeessuurratti carraa walqixa kenna.
Armaan gaditti mallatteessuudhaan, faayidaaleefi sagantaawwan DSHS naaf ibsaman fudhachuu kootiin mirgaafi
dirqama akkan qabu mirkaneessuu kooti. Yoon dokumantii kana mallatteessuu dide mirgan argachuu qabu irraan
miidhaa hin geessisu garuu waanta sagantaan barbaaduuf itti gaafatama akkan qabaadhuufi adabbiiwwan sagantaa ykn
yakkaa akka na ilaallatu nan beeka.
MALLATTOO IYYATAA
GUYYAA
MALLATTOO ISA WALIIN IYYATEE
GUYYAA
EENYUMMEESSAA (ID) HOJJETAA DSHS
Mallatteessuu dide/dde.
2-2
DSHS 14-113 OM (REV. 12/2015) Oromo
YOUR CASH AND FOOD RIGHTS AND RESPONSIBILITIES
Page of 2